Fana: At a Speed of Life!

Humni Qilleensaa Ityoophiyaa Adda Waranaa Lixaatti giddugala leenjii fi gurmeessa humna namaa garee ABUT Maayixaabiriitti argamu haleele

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) – Humni Qilleensaa Ityoophiyaa Adda Waranaa Lixaatti giddugala leenjii fi gurmeessa humna namaa garee shororkeessaa ABUT Maayixaabiriitti argamu haleeluu ibsame.

Haleellichi giddugala leenjii fi ajeja waraanaa gareen shororkeessaa kun itti fayyadamurratti kan fuulleffate ta’uu himameera.

Lammiilee nagaaf of eeggannoo cimaan taasisuun toora fuulleffannoorraatti haleellaa raawwachuu Tajaajjilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.