Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Ityoophiyaa 2- 0 Taanzaaniyaa

Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Taphni gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umrii waggaa 20 gadii har'a waaree booda Ityoophiyaa fi Taanzaaniyaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa Ityoophiyaan xumurame. Gareen dubartootaa…

Gibtsi 2 – 1 Moorookoo

Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Tapha Waancaa Afrikaa 33ffaa nuusa xumuraa har'a gaggeeffameen Gibtsi Moorookoo injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte. Gibtsi goolii 2 fi 1n Moorookoo injifatteerti. Sa'aatiin idilee 1 qixa…