Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Taphni walakkaa xumuraa waancaa Afrikaa har’a Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti ni gaggeeffama

Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Taphni moo'anii darbuu walakkaa xumuraa waancaa Afrikaa 33ffaa har’a Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti gaggeeffamu xiyyeefffannoo argateera. Tapha waancaa Afrikaa 33ffaa qopheessummaa Kaameeruun gaggeeffamaa jiruun Seeneegaalii, Burkiinaafaasoo, Kaameeruunii fi Ijipti walakkaa xumuraaf darbuun kan…
Read More...

Gibtsi 2 – 1 Moorookoo

Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Tapha Waancaa Afrikaa 33ffaa nuusa xumuraa har'a gaggeeffameen Gibtsi Moorookoo injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte. Gibtsi goolii 2 fi 1n Moorookoo injifatteerti. Sa'aatiin idilee 1 qixa…