Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa gitasaa Ruwaandaa waliin har’a tapha ga’umsa madaallii ni taphata

Finfinnee, Bitootessa 10, 2015 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gitasaa Ruwaandaa waliin har'a tapha ga'umsa madaallii kan taphatu ta'uu ibsameera. Tapha gulaallii Waancaa Afrikaa Giinii waliin qabuuf of qopheessaa kan jiru gareen kubbaa miilaa biyyaalessa Ityoophiya har'a sa'aatii 9:00 irraa jalqabee gitasaa Ruwaandaa waliin…
Read More...