Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa biyya hambaa fi seenaa durii qabdu ta’uun badhaasa filatamaa waggaa Paatwaa injifatte

Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa biyya hambaa fi seenaa durii qabdu ta’uun badhaasa filatamaa waggaa Paatwaa injifatte.

Ityoophiyaa biyya hambaa fi seenaa duriiti jechuun Jarmanitti waggaan kan gaggeeffamu badhaasa Paatwaa injifatteetti.

Ministirri Aadaa fi Turizimii FDRI Dooktar Hiruut Kaasaahuun badhaasa Paatwaa irratti Ministira Turizimii filatamaa sahaaraa gadii jechuun filatamaniiru.

Badhaasni Paatwaa bara kanaa dameewwan garagaraa biyyoonni addunya 13 injifachuu isaanii ragaan Ministeera Aadaa fi Turizimiirra argame ni muldhisa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.