Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Moozaambiik goolii malee qixa ba’an

Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Dorgommii Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Afriikaa (CHAN) 7ffaa ramaddii jalqabaan Ityoophiyaan Moozaambiik waliin morkachuun goolii malee qixa ba’aniiru.

Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa garee kubbaa miilaa Mozaaambiik waliin qixa ba’uu hordofee qabxii tokkoon ramaddicha jalaa sadarkaa 2ffaa qabateera.

Dorgommiin Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaa 7ffaan bara 2022 gaggeeffamuuf ture sababa weerara vaayirasii Koroonaan 2023 akka gaggeeffamu ta’uun kan yaadatamuudha.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.