Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaannoonni 295 Sawuud Arabiyaa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC)- Lammileen Ityoophiyaa 295 Sawuud Arabiyaati gara biyyaa deebi’uu Ministeerrii Dhimma Alaa beeksise.

Lammiileen kunneen gara biyyaa akka deebi’aniif mootumman Ityoophiyaa fi Sawuud Arabiyaa tumsaan hojjechuusaanii Ministeerichi ibseera.

Lammileen baqattummarraa deebi’aan kun wayita Buufata Xiyyaaraa Boolee Idil addunyaa ga’aan hoggantoonni hojii ministeera dhimma alaa simanna taasisaniifiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.