Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanoonni 160 Yamanii gara biyya deebi’an

Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Lammiilee Ityoophiyaa 160 Yamaniirra deeggarsa dhaabbataa baqattootaa idil addunyaatin gara biyyaa deebi’aniiru.

Kanneen har’a gara biyya deebi’an keessa 42 Wiixata darbee Jibuutiitti doonii dhidhimtee keessaa kan hafaan ta’uu ibsameera.

Ityoophiyaanoota har’a gara biyyaa deebi’aanif baasii geejjiba Ameerikaatti waajjira Ministeera Dhimma Alaa dippartimeentii uummata,baqattootaa fi yaa’insaa uwwisuu ibsameera.

Yamanitti baqattummaa seeraa alaa taasifamuu cimaa ta’uu ibsameera.

Daddabarsa namootaa kara seeraan alaa galaanaarratti taasifamuu guyya gara guyyaatti lubbuu  hedduu darbaa jiraachuu ibsameera.

Maddi:- IOM

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.