Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,976 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee,Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,976 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 16 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 8,296 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 1,976 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 1,435 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 45,053 irratti argama.

Namoonni 828 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 16 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,841 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 4 fi 521 qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.