Fana: At a Speed of Life!

Jiraattuun godina Arsii aadde Abarraash filannoo marsaa 6ffaaf sagalee erga laattee booda ilma dhiiraa deessee

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Jiraattuu Godina Arsii aanaa Heexosaa ganda Haxxee Handoodee kan taatee aadde Abarraash Guutaa Baqqalaa ganama barraaqa filannoof baatee hiriirarra osoo jirtuu bishaan dahumsaa itti dhufeera.

Aadde Abarraash filannoo manaa baatefis falattee battalumatti manni ishees buufata filannoo san cinaa waan jiruuf ilma dhiiraa deessee jirti.

Maqaa daa’ima dhalatees Abiyyi ykn  Taarikuu jechuun mooggasteetti.

Jamaal Gandootu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.