Fana: At a Speed of Life!

Kaartuumitti Fanjii boba’aan magaalatti barbadeessuu danda’u to’atame

Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Fanjii boba’aan magaalaa guddittii Sudaan Kaartuum guutumaan guutuutti barbadeessuu danda’u to’atame.
 
Meeshaalee Fanjii boba’aa magaalaa Kaartuum guutumaan guutuutti barbadeessuu danda’u shakkamtoota 41 waliin too’anno jala oolchuu mootummaan biyyatti beeksiseera.
 
Magaalattiitti miidhaa olaanaa qaqqabsiisuu kan danda’u, Amooniyeem Naaytireetii dabalatee keemikaalli Fanjii hedduun too’annoo jala ooleera.
Maddi:-BBC
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.