Fana: At a Speed of Life!

Kilabiin kubbaa miilaa magaalaa Adaamaa Leenjisaa haraa muude

Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa magaalaa Adaamaa Zar’aay Muluu Leenjisaa olaanaa taasiisuun muuduu beeksiise.
Leenjisaan duraanii Kilabichaa Aschaalew Haylamikaa’eel kilabicha gadi dhiisuun isaa kan yaadatamuudha.
Sababa kanaan Kilabichi Zar’aay Muluu Leenjisaa olaanaa taasiisuun muuduu beeksiiseera.
Leenjisaa Zar’aay Muluu Kilaba magaalaa Hawaasaa fi Buna Sidaamaa leenjisaa gargaaraa hanga leenjisaa olaanaatti tajaajiluu ragaan Sookar Ityoophiyaarraa argamen ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.