Fana: At a Speed of Life!

Kitaabni guddichi addunyaa gogaa horiirra hojjetame daawwiif dhiyaatee

Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Kitaabni guddichi addunyaa gogaa horiirra hojjetame daawwiif dhiyaateera.

Naannoo baadiyaa Hangaariitti kan qophaa’e kitaabichi karaa aadaa qofaa fayyadamuun kan hojjetamedha jedhame.

Kitaabichi meetira 4.18 kan dheeratu fi ulfaatina kiilo giraama kuma 1 fi 420 akka qabu ibsameera.

Abbaa fi ilmaan kan qophaa’e kitaabichi fuula 360 qaba.

Maddi:- odiit Senteraal

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.