Fana: At a Speed of Life!

Komishinarri Komiishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakiin iddoo tursiisa addaa galan

Finfinnee, Bitootessa 18,2012(FBC) – Komishinarri Komiishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakiin iddoo tursiisa addaa galan.
 
Koomishinaricha murtee kana kan fudhatan erga miseensi mana hojii isaanii vaayrasii koroonaan qabamuu isaa mirkaanaa’e booda jedhame.
 
Muusaa Faakiin lammii Mooriisheet umrii waggaa 72 guyyaa har’aa Ityoophiyaatti vaayrasii kanaan qabamuun isaa mirkaanaa’e Waajjira Muummee gamtaa Afrikaa keessatti wal arguu isaanii Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan ibsaniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.