Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa 82 buufata poolisii Riyaad turan hidhaati hiikkaman

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Lammiileen Ityoophiyaa 82 buufata poolisii Riyaad turan hidhaati hiikkaman.

Lammiileen Ityoophiyaa 82 buufata poolisii Riyaaditti daa’imman isaanii waliin torbanoota darabaniif hidhamanii turan hidhaati hiikkaman.

Lammilee fi dhalatoonni Ityoophiyaa kunneen buufata poolisii 5 magaalicha keesatti argamutti torban sadii oliif akka turan ta’eera.

Riyaaditti Imbaasiin Ityoophiyaa akka beeksisetti hoggantoota hojii biyyatti waliin marii’achuun lammiileen akka hiikkaman ta’eera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.