Fana: At a Speed of Life!

Liivar Puul Shaampiyoonaa Waancaa FA ta’e

Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Kilabni Kubbaa miilaa Liivar Puul rukkuttaa adda bahiinsaan Cheelsii injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa FA ta’eera.

Taphni idileen goolii malee qixaan xumuramuun rukkuttaa adda bahiinsaan Liivar Puul goolii 6 fi 5n Cheelsii injifachuun shaampiyoonaa FA Ingilaandi bara taphichaa ta’eera.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.