Fana: At a Speed of Life!

Maaraatoonii Barliin dhiirootaan Guyyee Adoolaa injifate

Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Guyyaa har’aa Jarmanitti Maaratoonii Barliin dhiirootaa gaggeeffameen Guyyee Adoolaa sa’aatii 2:05:35 irratti galuun injifateera.
Waldorgommiichaan Atileetiin Keeniyaa Beetiwel Yoogoon 2ffaa kan bahe yoo ta’u, waldorgommichaaf eegamaa kan ture Atileet Qananiisaa Baqqalaa 3ffaa bahuun xumureera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.