Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti sagantaan duula qulqullinaa gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 25, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaan duula qulqullinaa torbee 5ffaan gaggeeffameera.

Duulli qulqulliinaa kun waliitti fufiinsaan torbee 5ffaaf magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa hundatti gaggeeffameera.

Sagantichi mata duree ”naannoo kiyya qulqulleessuun miidhagina magaalaakoof an ambaasaaddaraa” jedhuun gaggeeffameera.

Daayreektarri Eejansii Balfa Gogaa magaalaa Finfinnee Dooktar Isheetuu Lammaan, sosochii duula qulqulliinaa hunda galeessaa kutaalee magaaloota hundaatti hojiirraa olchuuf qindoominaan hojjetamaa jiraachuu ibsu ragaan Waajjira Seekreetaariyaat Preesii magaalichaarraa argame ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.