Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Nageenyaa DhMG Gaazaatti dhukaasni akka dhaabbatu murtoo dabarse

Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummaata Gamtoomanii Gaazaatti dhukaasni akka dhaabbatu murtoo dabarseera.

Yaadni murtoo dhukaasa dhaabuu dhiyaate sagalee deeggarsaa 14 yoo ragga’u, Ameerikaan sagalee osoo hin laatin hafuu ibsameera.

Yaadni murtoo ragga’e Gaazaatti dhukaasni saffisaan akka dhaabatuu fi Hamaas lammiilee uggure akka gadi lakkisu kan gaafatu ta’uu himameera.

Murtoo darbe hordofee Ministirri Muummee Isiraa’eel Beeniyaamiin Naataniyahuun daawwannaa Ameerikaatti taasiisuuf turan haquu BBCn gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.