Fana: At a Speed of Life!

Matakkalitti lammiilee buqqa’aan deebisanii dhabuuf kan hojjetan koreen galii walitti qabuu naannichaan haammatame hunda’e

Finfinnee, Muddee 22,2013 (FBC)- Godina Matakkalitti lammiilee buqqa’aan deebisanii dhabuuf kan hojjetan koreen galii walitti qabuu naannichaan haammatame hunda’eera.
Itti gaafatamaa Waajjira Dhimmota Kominikeeshinii Mootummaa naannichaa obbo Mallas Bayyanaa, mootummaan naannichaa mootummaa federalaa qaamolee tumsaan biroo waliin ta’uun sababa rakkoo nageenyaa godinichatti muudateen lammiilee buqqa’aniif deeggarsa namoomaa taasisaa jiraachuu ibsaniiru.
Lammiilee buqqa’aanif deeggarsa namoomaa taasifamaa jiru irra darbee hanga dhumaatti deebisanii dhaabuuf korichi hundaa’uu obbo Mallas himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.