Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Oromiyaatti duulli talaallii Pooliyoo marsaa jalqabaa Onkoloolessa 12 irraa eegale ni laatama

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti duulli talaallii Pooliyoo marsaa jalqabaa Onkoloolessa 12 hanag 15, 2014tti  kan laatamuu ta’u Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa beeksiseera.

Duulli talaalli Pooliyoo marsaa 1ffaa daa’imman waggaa shanii gad ta’aniif manaa manatti kan kennamu ta’u biirichi ibseera.

Miidhaa qaamaa fi du’aatii daa’immanii sababa pooliyootiin dhufu irraa eeguu barbaachisaa ta’u ibsameera.

Hawaasni hundis daa’imman isaa talaalchifachuu akka qabus biirichi hubachiseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.