Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Tigraayitti Piroojektiin fooyyessa sirna nyaataa ifoome

Finfinnee, Bitootessa 2, 2016 (FBC) – Naannoo Tigraayitti Piroojektiin sirna nyaata hawaasaa fooyyessu ifoomeera.

Piroojektichi bakka hoggantoonni olaanoon bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay, bakka buutoonni Ministeera Fayyaa fi dhaabbilee deeggartootaa argamanitti ifoomeera.

Piroojektii Waggaa shan keessatti hojiirra oolu kanaaf Doolaarri miiliyoonni 154.5 ramadamuu ibsameera.

Aanaalee naannichaa 44 keessatti hojiirra kan oolu ta’uu Hogganaan Biiroo Fayyaa bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Dooktar Amaanu’eel Hayilaan ibsaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.