Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Mokonniin ergaa baga ayyaana Cuuphaa geessanii dabarsan

Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) -Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonniin hordoftoota amataa Kiristaanaa maraan baga ayyaana Cuuphaan geessan jedhaniiru.
Obbo Dammaqaan karaa fuula Feesbuukiisaaniin akka ibsanitti, hordoftoota amantaa kiristaanaa maraan baga ayyaana Cuuphaa nagaan geessan jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.