Fana: At a Speed of Life!

Oolimpikii Tookiyoon har’a sa’aatii 10:00 eegalee Fiigichi xumuraa meetira kuma 10 ni gaggeeffama

Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC) – Oolimpikii Tookiyoon har’a sa’aatii 10:00 Fiigichi xumuraa meetira kuma 10 Atleetoonni Ityoophiyaa keessatti hirmataan ni gaggeeffama.
Guyyaa sa’aatii 7:00 irraa kaasee figichi calalalli meetirri kuma 5 dubartootaa ni gaggeeffama jedhameera.
Sanbaree Tafarii, Gudaaf Tsaggaayee fi Ijigaayyoohu Taayyee Ityoophiyaa bakka bu’uun ni hirmaatu.
Waaree booda sa’aatii 10:00 irraa eegalee figichi xumuraa meetira kuma 10 kan gaggeeffamu yoo ta’u, Atleet Yoomiif Qajeelchaa, Salamoon Baraggaa fi Barrihuun Aragaawii kan hirmaatan ta’uu ragaan Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.