Fana: At a Speed of Life!

Paakistaanitti haleellaa Masjiida keessatti raawwateen lubbuu namoota 59 darbe

Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Kaaba Paakistaan magaalaa Peeshaawaaritti haleellaa Masjiida keessatti raawwateen lubbuun namoota 59 darbuu dhaga’ame.

Haleelichi bakka miseensonni Poolisii walitti qabamuun kadhannaarra jiranitti mooraa Masjiidaa keessatti kan raawwate.

Namoota du’aniin ala namoota 157 irra miidhaan qaqqabuu eerameera.

Haleellaa raawwatameef hanga ammatti qaamni itti gaafatamummaa fudhate hin jiru jedhame.

Muummeen Ministiraa biyyattii Shihibaaz Shariif haleellaa raawwate balaleeffataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.