Fana: At a Speed of Life!

Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Maanchiisteer Yuunaayitiid fi Arseenaal morkattoota isaanii yoo injifatan, Siitiin qabxii qooddate

Finfinnee, Mudde 22, 2015 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandii torbee 17ffaa har’a taphatameen Maanchiisteer Yuunaayitiid fi Arseenaal morkattoota isaanii yoo injifatan, Maanchiisteer Siitiin qabxii qooddateera.

Tapha har’a sa’aatii 9:30 irraa eegalee taphatameen Maanchiisteer Yuunaayitiid Woolvarhampitoon goolii 1 fi 0n injifateera.

Taphoota sa’aatii 12:00 irraa eegalee taphatameen ammoo
Boornimaawuz 0 – 2 Kiristaal Paalaas

Fuulhaam 2- 1 saawuuzhampitoon

Maanchiisteer Siitii 1 – 1 Eevartan

Niwuukaastiil 0 – 0 Liidis.

Tapha galgala kana sa’aatii 2:30 irraa eegalee taphameen Arseenaal Biraayiton goolii 4 fi 2n injifachuu dursummaa isaa cimsateera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.