Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin Gibts duraanii Hosnii Mubaarek boqotan

Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) –Waggoota 30 Gibts kan gaggeessaan Hosnii Mubaarek boqotan

Mubaarek bara Franjoota 2011 humna waraanaan angoo akka gadi lakkisan ta’eera.

Mubaarek waggoota soddomaaf Gibts bulchaniiru.

Erga angoorra gadi lakkisanii murtiitti dhiyaachuun yakkamaa jedhamuun itti murtaa’eera. Haata’uti garu waggaa sadan har’a bilisaan ba’aniiru.

Mubaarek dhukkubsachuun hospitaala Kaayrootti yaalli taasifamafi ture.

Maddi:-BBC

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.