Fana: At a Speed of Life!

Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 15ffaan Sabbataan magaalaa Hawaasaa injifate

Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 15ffaan Magaalaan Sabbataa Magaalaa Hawaasaa injifateera.
Tapha har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Bahaar Daaritti gaggeeffameen Sabbataan goolii 2 fi 1n Hawaasaa injifateera.
Liigicha kilabiin magaalaa Faasiil qabxii 32 yoo dursu, Bunni Ityoophiyaa qabxii 27n sadarkaa 2ffaarrattin argama.
Magaalaan Sabbataa qabxii 18 sadarkaa 6ffaarratti argama.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.