Fana: At a Speed of Life!

Proojektiiwwan Hospitaala Waliigalaa Asoosaan Birrii miiliyoona 19 oliin ijaaraman eebbifaman

Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) –Hospitaalli Waliigalaa Asoosaa Gamtaa Awurooppaatti Trast Fandii Yeroo Ariifachiisaa fi Koree Lubbu Baraartotaa Idil Addunyaa waliin ta’uun proojektiiwwan deeggarsa maallaqaa Birrii miiliyoona 19 ol Gamtaa Awurooppaarraa argameen  ijaaraman eebbisiiseera.

Proojektoonni kunneen bakka Ittaanaan preezdaantii naannichaa obbo Geetaahuun Abdiisaa, Dayrektarri Koree Lubbu Baraartotaa Idil Addunyaa Firaank Maakmaanuus akkasumas hoggantoonni olaanoon naannichaa fi bakka buutonni dhaabbilee deeggartootaa argamanitti eebbifamuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.