Fana: At a Speed of Life!

Qaro dhabeeyyichi gugsii fardaa injifatan

Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) – Qaro dhabeeyyichi gugsii fardaa injifatan.
 
Dorgomii gugsii fardaa qophii kabaja ayyaana Agaw waggaa 80ffaarratti qaro dhabeeyyichi injifate.
 
Naannoo Amaaraa sablammii Awwii aanaa Fagtaa Lakoomaa kan jiraatan ga’eessi ammaa obbo Addiis Sawinnat, yeroo umriin isaanii waggaa 8 ta’u ture ijoollummaatti qaroo ija isaanii kan dhaban.
 
Dorgommiin gugsii fardaa gosa ispoortii of eeggannaa guddaa barbaadudha.
 
Isaan garuu wanni duubatti na deebisu hin jiru, hin danda’u jechuus hin jaaladhu jedhaniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.