Fana: At a Speed of Life!

Seeneetiin Ameerikaa % 51 Traamp aangoo irraa akka ka’an sagalee kan laatan ta’uu ibsame

Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) – Seeneetiin Ameerikaa % 51 Preezdaant Traamp aangoo isaanii irraa akka ka’an sagalee kan laatan ta’uu ragaan funaanname ni agarsiisa.

Seeneetiin Ameerikaa harki caaluu Traamp aangoo irraa akka ka’an fedhii kan qaban yoo ta’uu, % 45 ammoo himanni isaanii adda cituu akka qabu fedhii qabaachuu isaanii sagaleen funaanne ni agarsiisa.

Seeneetichi sagalee kan laatu Preezdaant Traamp  yakka siyyaasa fi nageenya biyyattii balaa irra buusu raawwatan yaada jedhuun ta’uu ibsameera.

Traamp Yuukreen filannoo preezdaantummaa Ameerikaa dhufu irratti morkataa isaanii Joo Baaydanii fi Ilma isaanii irratti qorannoo akka gaggeessitu dhiibbaa godhaniiru jechuun himannaan irratti banamuu isaa kan yaadatamuudha.

Maddi :-CNN

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.