Fana: At a Speed of Life!

Tapha gulaallii waancaa Addunyaan Ityoophiyaan Gaanaa waliin qixa baate

Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Tapha gulaallii waancaa Addunyaan gareen kubbaa miilaa  Biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Gaanaa waliin qixa xumureera.

Goolii Andiree Ayyuu Gaanaaf lakkoofsiseen  gareen kubbaa miilaa  Biyyaalessa Ityoophiya durfamaa turuun xumura taphichaarraatti goolii Geetaanahi Kabbadaa galcheen goolii 1 qixaan xumurameera.

Afrikaa Kibbaa ramaddicha dursaa jirti.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.