Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 6ffaan Bunni Ityoophiyaa Giyoorgis Injifate

Finfinnee, Muddee 27, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 6ffaan Bunni Ityoophiyaa Qiddus Giyoorgis 3 fi 2n injifateera.
Taphoota priimeyar liigichaa torbee 6ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti gaggaaffameen Bunni Ityoophiyaa Qidduus Giryoorgis 3 fi 2 injifateera.
Abbuubaka Naasir Buna Ityoophiyaaf daqiiqaa 15ffaa, 25ffaa fi 90ffaa irratti goolii sadi lakkoofsieera.
Waaree booda sa’aatii 9:00 irraa eegalee Magaalaan Sabbataa Jimmaa Abbaa Jifaar waliin ni taphata.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamakeenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.