Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaand har’a gaggeeffameen Maanchiisteer Siitiin yoo injifatu, Yuunaayitiid dirree isaarratti injifatame

Finfinnee, Hagayya 1, 2014 (FBC) – Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee jalqabaa har’a gaggeeffameen Maanchiisteer Siitiin yoo injifatu, Maanchiisteer Yuunaayitiid dirree isaarratti injifatameera.

Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee jalqabaan har’a taphoonni 3 taphatamaniiru.

Maanchiisteer Yuunaayitiid dirree isaarratti Biraayitan & Hoov Albiyooniin goolii 2 fi 1n injifatameera.

Leesiisteer Siitiin Bireentfoord waliin 2 qixa ba’eera.

Maanchiisteer Siitiin Weestahaam Yuunaayitiid 2 fi 0n injifateera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.