Fana: At a Speed of Life!

Tokkummaan keenya miidhaginaa fi jabina keenya – Dooktar Abiy

Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad tokkummaan keenya miidhaginaa fi jabina keenyaa jedhan.
Miirrii ummataa har’a Jimmaa hanga Aggaaroo fi Bashaashaatti muul’ate ummaticha tajaajiluuf caalmaatti hamilee kan ta’uudha jedhan Fuula Feesbuukii isaaniin.
Dooktar Abiy har’a eebba Proojektii Qarqara Laga Aweetuu fi hiriira deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Jimmaatti gaggeeffamurratti argamuun isaanii kan yaadatamuudha.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.