Fana: At a Speed of Life!

Tuuniziyaatti weerara Covid -19 walqabatee mormii ka’een Muummeen Ministiraa biyyattii aangoo gadi dhiisan

Finfinnee, Adooleessa 19, 2013 (FBC) – Tuuniziyaatti weerara Covid -19 walqabatee mormii ka’een Muummeen Ministiraa biyyattii aangoo gadi dhiisuu isaanii ibsame.

Weerara vaaryrasii koroonaa ittisuuf tarkaanfii mootummaan biyyatti fudhate mormuun lammiilee hedduun addabaabayiitti ba’aniiru.

Mormii kana hordofee Preezdaantiin biyyattii Kaa’iis Saa’eed Muummee Ministiraa Biyyattii Hiikeem Miichiichii aangoorraa kaasaniiru.

Mormitoonni garuu tarkaanfiin Preezdaantichaa fonqolcha mootummaa ta’uu ibsaa jiru.

Maddi:-BBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.