Fana: At a Speed of Life!

yaadni Preezdaanti Tiraamp Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa irratti kennan miiraa itti gaafatamummaa kan hin qabnee fi hamaa ta’uu miseensonni Koongiransii Gurraachota Ameerikaa ibsan

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Preezdantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp yaadni Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa irratti kennan miiraa itti gaafatamummaa kan hin qabnee fi hamaa ta’uu miseensonni Koongiransii Gurraachota Ameerikaa ibsan.

Kokaasiin Gurraachota Ameerikaa ergaa toora twuutarii isaaniirratti maxxansaniin waliigaltee Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts taasisa jiran irratti Ameerikaan ejjennoo dhaabbataa qabachuu akka qabdu gaafataniiru.

Yaadni Preezdaanti Doonaald Tiraamp kennan marii biyyoota sadeen gidduutti dhiibbaa hin malle uuma waan ta’eef fudhatama hinqabus jedheera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.