Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Hawaasaa ogeeyyii yaala fayyaa 195 eebbisiise

Finfinnee, Eebila 2, 2013 (FBC) – Koolleejjiin Saayinsaa Fayyaa Yuunvarsiitii Hawaasaa Dooktaroota yaala Fayyaa ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 195 eebbisiiseera.

Eebbifamtoota keessaa 38 sagantaalee garaagaaraan Ispeeshaalistii yaalaan kan leenji’an ta’uu ibsameera

Eebbifamtoonni hundi Yuunvarsiitii Norweey waliin ta’uun digirii 3ffaan barnoota yaala fayyaa kanneen hordofaa turan ta’uu Daayreektarri olaanaan Koollejjichaa Dooktar Antanahi Gaaddisaan himaniiru.

Yuunvarsiitichi har’a yeroo 12ffaaf Dooktaroota kan eebbisiise yoo ta’u, Ispeeshaalistoota ammoo yeroo 5ffaaf kan eebbisiise ta’uu ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.