Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Odaa Bultumii fi Mattuu barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisan

Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Yuunvarsiitiin Odaa Bultumii fi Mattuu barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan ha’a eebbisiisaniiru.
Yuunivarsiitiin Odaa Bultum Barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture 929 eebbisiseera.
Yuunvarsitiin Mattuus baratoota ogummaa garaagaaraan digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan barsiisaa tura kuma 2 fi 896 marsaa 7ffaaf eebbisiiseera.
Barattoota107 digiri 2ffaan kan hafan digirii jalqaban eebbisiiseera.
Eebbifamtoota keessa kumni 1fi 69 dubartoota ta’uu ibsameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.