Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy hidha jallisii Goodee daawwatan Obse Wakgari Oct 29, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hidha jallisii Goodee laga Shaballeerratti ijaarrame daawwataniiru. Hidhichi Qamadii gammoojjii fi…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalcha artiist Looreet Lammaa Guyyaa raawwatameera Obse Wakgari Oct 29, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Sirni awwaalcha artiist Dooktara kabajaa Looreet Lammaa Guyyaa bakka maatii, firoottaan fi jaallattoonni isaanii argamanitti magaalaa Bishooftuutti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Moolidaa waggaa 1495ffaan guutuu biyyaatti kabajamaa jira Obse Wakgari Oct 29, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Ayyaanni Moolidaa waggaa 1495ffaa guutuu biyyaatti hordooftootaa amantaa Islaamaan kabajamaa jira. Ayyaanni Moolidaa dhaloota Nabiyyuu…
Oduu biyya keessaa Sirni badhaasa (Odaa Awaard) 4ffaan gaggeeffame Obse Wakgari Oct 29, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)-Sirni badhaasa (Odaa Awaard) 4ffaan kaleessa galgala gaggeeffameera. Sirni badhaasa kun maltii midiiyaa Bashaatuu Tolamaariyaamii fi Biiroo Aadaa fi…
Oduu biyya keessaa Ayyaanichi yeroo itti waliif yaannuu fi rakkoowwan nu muudataan waliin ce’uuf yeroo itti wal… Obse Wakgari Oct 29, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Ayyaanni Moolidaa ‘yeroo itti waliif yaannuu fi rakkoowwan nu muudatan waliin ce’uuf yeroo itti wal deeggarru akka ta’uun hawwa’ jedhan itti aanaan…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa proojakti daandii Goodee Qallaafoo Farfaar ifatti eegalchiisan Obse Wakgari Oct 29, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsa proojakti daandii Goodee Qallaafoo Farfaar ifatti eegalchiisaniiru. Dooktar Abiy ijaarsicha…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 602 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame Wabi Fufa Oct 28, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 602 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame. Qorannaan laabraatoorii samuudaa 6290 kan hojjetame yoo ta’u, namoota…
Oduu biyya keessaa Itti Aantuun Kantiibaa Adaanach Abeebee raawwii hojii fi argannoo Garee Hojii weerara lafaa fi komii… Wabi Fufa Oct 28, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee raawwii hojii fi argannoo Garee Hojii weerara lafaa fi komii magaala Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaa Ayyaana Moolidaa Bara Kanaa Sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsan Wabi Fufa Oct 28, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Preezdaantii Buulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Ayyaana Moolidaa Bara Kanaa Sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsan.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti eeyyamni abbootii qabeenyaa 29 invastimantii qonnaatti bobba’anii… Wabi Fufa Oct 28, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) –Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti eeyyamni abbootii qabeenyaa 29 invastimantii qonnaatti bobba’anii haqame. Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti…