Fana: At a Speed of Life!

Daandiin qilleensichaa Kamisa dhufuu eegalee gara Cheenaayitiitti balallii eegaluufi

Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Kamisa dhufuu eegalee gara Hindi magaalaa Cheenaayitiitti torbeen yeroo sadi balallii eegaluuf ta’uu beeksiseera.
Cheenaayit Hinditti iddoo ga’umsa Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa 4ffaa ta’uu ishee ragaan daandii qilleensichaarraa argame ni mul’isa.
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa iddoolee ga’umsaa idil addunyaa 116 fi kan biyya keessaa 23 qabaachuu ragaaleen ni argisiisu.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.