Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni gargaarsa daa’immanii Oromiyaaf deeggarsa meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaatif oolan taasise

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti dhaabbanni gargaarsa daa’immanii naannoo Oromiyaaf deeggarsa meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaatif oolan taasiseera.
Dhaabbatichi deeggarsa meeshaalee “Oxygen Concentrators” giddugala yaala COVID-19tiif oolu 200 kan taasisee.
Dhaabbanni kun tattaaffii ittisaa fi to’annoo COVID-19 akka naannoo Oromiyaatti taasifamuuf deeggarsa adda addaa taasisaa tureera.
Deeggarsi meeshaalee taasifamaan kanneeniis tilmaama Birrii miiliyoona 10.4 qaba jedhameera.
Itti aanaa Hogganaa Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa obbo Abarraa Botoree, meeshaaleen deeggarsaan argaman kunneen akka naannichaatti hanqina meeshaalee jiru akka furuu ragan Biiroo Eegumsaa Fayyaa Oromiyaarra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.