Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad bu’aa dabalataa Olompiikii Tookiyoorratti argameef erga baga gammaddanii dabarsaan

Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Olompikii Tookiyoo irratti Ityoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira 3000 warra dhiiraatiin Lammeechaa Girmaatiin medaaliyaa meetii, akkasumas fiigicha meetira 5000 warra dubaraatiin Gudaaf Tsaggaayeetiin medaaliyaa maaldaa argachuusheetiin baga gammaddaan jedhaniiru.

Dooktar Abiy fuula Feesbuukiisaaniirratti akka ibsanitti, Ityoophiyaan carraaqqii ilmaansheetiin oljettee mul’achuu itti fufti jedhan.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.