Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Liyaan Hospitaala Riferaalaa Sheek Hasan Yabaree Yuunvarsiitii Jigjigaa daawwatan 

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa, Ministir deettaan Ministeera Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaa fi hoggantootaa biiroo fayyaa naannichaa waliin Hospitaala Riferaalaa Sheek Hasan Yabaree Yuunvarsiitii Jigjigaa daawwataniiru.

Daawwannaa isaaniin tajaajila giddugala wal’aansa kalee dhiquu, Siitii Iskaanii fi baankii dhiigaa Jigjigaa daawwataniiru.

Dooktar Liyaan hospitaalichi waliigala sireewwan 350 qabatee tajaajila laachuun isaan jajjabbeessaa ta’u eerraniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.