Fana: At a Speed of Life!

Gaazeexeessitoonni idil addunyaa 89 filannoo marsaa 6ffaa gabaasuuf eeyyama argatan gara Ityoophiyaa galan

Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Gaazeexeessitoonni idil addunyaa 89 filannoo marsaa 6ffaa biyyaalessa gabaasuuf eeyyama argatan gara Ityoophiyaa galuu Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa beeksiise.

BBC, Al Jazeera. New York Times, Reuters, AFP, VoA, Ap, Doochee Weelee. Faayinaanshaal Times, Sky Broadcasting, Kayood News, dabalatee Gaazeexeessitoonni miidiyaalee gurguddoo addunyaa Ityoophiyaa seenuu himame.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.