Fana: At a Speed of Life!

Giddugalli oomisha hidhannoo waraanaa naannawaa Adwaatti argamu Huma Qilleensaan haleellamuu ibsame

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) – Humni Qilleensaa Ityoophiyaa giddugala oomisha hidhannoo waraanaa garee shororkeessaa ABUT naannawaa Adwaatti argamu haleeluu Tajaajilli kominikeeshinii mootummaa beeksiise.

Giddugalli diinni hidhannoo waraanaa fi hidhannoo waraanaa fakkeessuun itti oomishu haleellaa humna qilleensaan tajaajilaa ala ta’uu ibseera.

Haleellaan kun of eeggannoon cimaan raawwatamuu ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.