Fana: At a Speed of Life!

Godina Arsii fi magaalaa Asallaatti filannoo marsaa 6ffaa boru gaggeeffamuuf qophiin barbaachisu xumurame

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) – Godina Arsii fi magaalaa Asallaatti filannoo marsaa 6ffaa boru gaggeeffamuuf qophiin barbaachisu xumuramuu Waajjirri Qindeessaa Boordii Filannoo godinichaa beeksiise.
Akka godina Arsiitti buufataaleen filannoo kumni 1 fi 434 jiraachuu fi jiraattoonni miliyooni 1 fi kumni dhibbi 5 fi kumni 26 fi 987 kaardii filannoo fudhachuun qophii ta’uu Qindeessaan Waajjirri Boordii Filannoo Damee godinichaa obbo Makonniin Sisaay ibsaniiru.
Godina Arsii fi magaalaa Asallaatti naannoleen filannoo 18 filannoof qophiin ta’aa jiraachuu himaniiru.
Godinichatti paartileen siyaasaa 6 walfalmatu jedhame.
Jamaal Gendootu gabaase.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.