Fana: At a Speed of Life!

Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti proojaktoonni ebbifaman

Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti proojaktoonni Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 26 oliin ijaarraman ebbifaman.
 
Proojaktoonni kanneen jila itti gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaatin duurfamuun ebbifamaniiru.
 
Ebbaan boodas jiraattota waliin mari’atameera.
 
Namoonni waltajjicharratti hirmaatan harkifannaan proojaktoota misoomaa akka furamu gaafataniiru.
 
Obbo Fiqaadunis gaaffii fi fedhii ummataa deebisuuf si’aayinaan ni hojjetama jedhaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.