Fana: At a Speed of Life!

Godina Jimmaatti filannoo marsaa 6ffaaf qophiin xumurame

Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) –Godina Jimmaatti filannoo marsaa 6ffaaf qophiin taasiifamu xumuramuu Waajjirri Qindeessaa Filannoo godinichaa beeksiise.

Godinichatti namoonni miiliyoonni 1 fi kumni dhibba 5 fi kuma 58 fi 304 kaardii filannoo fudhachuu ibsameera.

Magaalaa Jimmaa fi Godina Jimmaatti naannoon filannoo 18 fi buufataaleen filannoo kumni 1 fi 583 jiraachuu fi naannolee filannoo 9 meeshaaleen filannoo qaqqabuu himameera.

Magaalaa Jimmaatti buufataaleen filannoo 89 jiraachuu fi  jiraattoonni kumni dhibba1 fi kumni13 fi 120 kaardii filannoo fudhachuu itti gaafatamtuun Waajjira Filannoo magaalichaa aadde Nabiiyaati Abrahaam ibsaniiru.

Tamasgeen Allebbachowtu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

<span;>Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

<span;>Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.</span;></span;></span;></span;></span;></span;></span;></span;></span;></span;></span;></span;></span;></span;>

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.