Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan afaan dhalootaa Yuunvarsiitii Waqixxeetti kabajame

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Guyyaan afaan dhalootaa Yuunvarsiitii Waqixxeetti kabajame.

Guyyichi sadarkaa addunyaatti si’a 21ffaaf, akka biyyaatti ammoo si’a 10ffaaf Yuunvarsiitii Waqixxeetti kabajameera.

Ministeerri Barnootaa Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii, Yuunvarsiitii Finfinneetti Akkaadaamii Afaanii fi Aadaa akkasumas Yuunvarsiitiin Walqixxee qindaa’uun, guyyichi mata duree mirga afaanii, afayyadamtummaa haqaa fi afaan dhalootaaf duursa laachuu jedhuun kabajameera.

Ministir deettaan Ministeera Barnootaa aadde Tsiyoon Takluun guyyichi kabajamuun, afaan dhalootaa eegamee akka turu ga’ee qabaata jedhan.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.